Aartii ijoollummaa isaa irraa jaalata. Dandeettiidhaanis hin komatamu. Aartii umamaan qabu barnootaan gabbiifatee, walleewwan Afaan Oromoo fi Afaan Amaaraa hanga jahaatamaa ta'an qajeelcheera.
Diraamaan sagalee taatoowwan Hooliiwuud hirmaachisee fi The Abyssinians (Warra Abiisiiniyotaa) jedhu dowwattootaaf dhiyaachu eegale. Diraamichi qaroomina Aksuum durii keessaa isa tokko irratti kan ...