Deetaan Ministeera Nagaa Itoophiyaa Obbo Taayyee Danda'aa aangoo Deetaa Ministeera Nagaa irraa xalayaa MM Abiy Ahimed bareessaniin kaafamuu BBCtti himan. Obbo Taayyeen aangoo irraa kaafamuu kan himu ...
''Waan siif hin taanerraa abdii muri. Wanti sun mijataa miti bakka nuti yaadne sana hin jiru,'' ergaa jedhu dabarsuufan 'Dhayi jalaa' jechuun wallee haaraa hojjedhe jedha Artist Keekiyyaa Badhaadhaa.
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results